Oduu durii goota. Isa booda achuma dhaqee nooraa naan jedhaa mana rabbi irraan dhufe...

Oduu durii goota. Isa booda achuma dhaqee nooraa naan jedhaa mana rabbi irraan dhufe jedhe. Gaaf tokko aabbaan warraa imaltuu (diida) deemanii turan. Jeneraal Waaqon umurii isaa guutuu mirga ummata Oromoo kabachiisuf qabsaa'un dabarse. 3K views • 4 years ago Oduu durii fi taphoonni ani as keessatti barreesse hundi isaanii kan yeroo ijoollummaa maatii kiyya faana galgala galgala taphachaa turee dha. Nov 27, 2023 · Oduu durii fi oduu durii sanyii Namaa erga dhalatee kaasee hordofee yaada, dhukkubbii, gammachuu, gadda, yaadaa fi muuxannoo dhalootaa, guddina teeknikaa bara sanaa fi bu’aa qaroominaa xuuxee jira. "Mee niitii naa kadhadhaa," jedhee warratti hime. Akkoo Manooyyeen utubaa dhaabuu waan dadhabdeef, “Isa dhiisaatii SANGOOTA SADII FI WARAABESSA | ODUU DURII AFAAN OROMOO | 2021 FNB Studio /Firaol Nebi 21. Akkuma muuxannoorraa hubachuun danda‟amutti afwalaloon afaan Oromoo yaada bilchaataafi falaasamoota adda addatiin kan badhaadhedha. Ijoollummaa Isaa Gootichi Oromoo Jeneraal Waaqoo Guutuu abbaasaa Guutuu Usuu Cammarrii fi haadhasaa Dhuulloo Alii Hasanirraa bara 1924 aanaa Madda Aug 18, 2022 · Sheekkoo abshaalummaa fi doofummaa, jaalalaa fi jibba, dabeessaa fi goota walbira qabanii ka gaarii ta’e ijoolleen addaan baaftee akka barattuuf gargaara. Kun immoo namoota hawaasa keessatti II. Anis isin gaafadha. Namoonnis, “Abbaatu utubaa dhaabbata; waan ta’eef nuuf dhaabi,” jedhaniin. ODUU DURII OROMOO Beekan Gulummaa Irranaa | Fulbaana 20, 2013 1. Habashoota gara Kaabaa jiranii fi saboota cunqurfamoo Kibba impaayera Itophiyaa keessa jiran gidduu lixee addaan kuta. Yeroo kana obbo leencoon baaxiirraa gadi bu’ee jalduudhaan, maal asii goota jedhee gaafannaan, “Rakkadheen kadhaa dhufe” jedheen. "Kunoo mucayyoo akkanaa argadhe," jedhee galee warratti hime. Dec 8, 2025 · Oduun durii yookin durduriin afoola oromoo keessatti bakka guddaa kan qabuu fi kan aadaa fi seenaan uummatichaa afaaniin dhalootaa gara dhalootaatti itti darbaa dhufe dha. Obboloota Lamaaan Obboloota lamaatu waliin jiraatu turan. Manguddoon sheekkoo kalaqanii ijoollee ittiin gorsu. Haati warraa maatiin ishee du’anii jiru. Gurbaan haxxeene tokko gara warra maatii gowwaa kana dhaquuf murteeffate. Gaaf tokko hattoonni sadii oomisha namticha kanaa hatuuf ooyruusaa seenan. Utuu isaan fudhatanii ooyruu keessaa ba’aa jiranuu abbaan [Link]. Garuu gaaf tokko inni hiyyeessi hojiidhaan na rakkiste waan ta'eef si waliin jiraachuu hin danda'u jedhee utuu obboleessi isaa kadhatuu eeboo fudhatee baduuf jedhee manaa ba'ee deeme. Isin hoo taphoota naannawa keessanitti taphataman akka hin dagatamnee fi ammaan boodas akka bara ODuu Durii 2. Warris, "dhaqii ilaalladhu yaa dargoo," jedhaniin. They are usually short stories which illustrate or teach a moral lesson while entertaining at the same time. Seenaa Saba Oromoo Fi Miidhaa Mootummoonni Habashaa Oromoo Iirraan Gahaanii Fi Gahaa Jiran Seensa: Ummatni Oromoo ummatoota impaayera Itophiyaa keessa jiran keessaa lafa bal’aa fi tarsiimoo irra qubatee jira. Mucichis niitii hin fuune ture. Obbolaan kun tokko hiyyeessa tokkommoo dureessa ture. Yoo dhaqee ilaallatu mucayyoo biiftuu fakkaattu tokko argate. com ODUU DURII GOWWUMMAA Abbaa warraa fi haadha warraa gowwaa fakkatutu jira ture. Gaafa tokko lukkuu qalatanii hojjetanii erga xumuranii booda yommuu nyaatan waan ittiin ilkaan isaanii keessa baafatan migira guurracha barbaacha gara lafa baddaa deeman. Inni tokko Paappayyaa, inni lammaffaa Buqqee, inni sadaffaa immoo Maangoo hatan. Warri dhaqanii akka weedduu jaalalaa, geerarsa, sirba ateetee, oduu durii yookaan sheekoo, hibboofi mammaaksaa maqaa dha'amuu danda'u. “Maalif kanuma qe’ee keessanii barreessite?” Naan jechuun keessan hin hafu. Namoonni akkamiin ijaaruu akka danda’an irratti mari’atan. com irratti nutis oduu duriiwwan jiran walitti qabnee isinii dhiyeessina. 7K subscribers Subscribe Oduu Durii Oromoo Oduu Durii (also called Durdurii) is part of Afan Oromo Language oral literature which is equivalent to fables in English. (Gumi,2017 ) JAALALA DHUGAA Mucaa tokkotu jiraayyu. It is type of story which has passed down from generation to generation and told to teach a lesson about different issues. Abbaa manaa gowwaafi hadadha manaa gowwaa tokkotu jiru turan. Inni hiyyeessi mana isa sooressaati hojjeta ture. Afoola Afaan Oromoo (Oduu durii) 1. WEENNII FI NAACHAA / ODUU DURII AFAAN OROMOO / 2021 FNB Studio /Firaol Nebi • 1. Dabalataan ummatni Oromoo qorumsaa fi ilaalcha addunyaa kanaaf qabu kan ittin ibsatuudha. The message of the SEENAA GOOTOTA OROMOO JENERAAL WAAQOO GUUTUU Jeneraal Waaqoo Guutuun (1920 - Gurraandhala 3, 2006) geggeessaa Fincila Baalee fi qabsaawaa mirga uummata Oromooti. Osoo karaa Aug 15, 2022 · Innis, “Hinsodaadhu” jedheen. Impaayera Dec 24, 2023 · Oduun durii yookin durduriin afoola oromoo keessatti bakka guddaa kan qabuu fi kan aadaa fi seenaan uummatichaa afaaniin dhalootaa gara dhalootaatti itti darbaa dhufe dha. Qotee bulaa tokkotu lafa bal’aa qaba ture. Niitiinis akkam haati kooti fi abbaan koo fayyaa Sheekkoo abshaalummaa fi doofummaa, jaalalaa fi jibba, dabeessaa fi goota walbira qabanii ka gaarii ta’e ijoolleen addaan baaftee akka barattuuf gargaara. Ittaansee obbo leencoon funyaan kee kana maaltu akkana godhe? jedheen. Jalduunis ganamaafi galgala waaqa osoon kadhuun akkas ta’e jedheen. Ibsuu-Gosti afoolaa tokko tokko fakkeenyaaf, oduu durii, gaaffilee bu’uuraa ta’an kan sammuu namoota murtaawaa jiraaytanuuf deebii kennuuf yaalu gaaffilee akka mukan nama, bineensootafi kanneen kana fakkaatan maaltuu uume jedhaniif deebii laata. Isheenis, waan namni hindalagne ajajjee rakkifti turte. . Jan 17, 2023 · Dur Akkoo Manooyyeen mootii biyyaa turte. Lafasaa kana irra fuduraafi muduraa adda addaa kan akka Maangoo, Paappayyaa, buqqeefi kan kana fakkaatan oomisha ture. Gaaf tokko namoota waamtee, “Lafafi samii gidduutti mana naaf ijaaraa,” jetteen. Oromiyaan handhuura impaayera Itophiyaa keessa jira. These folklore genres include different kinds of tales like myths, fables, and legends, fairy tales which are collectively known as ‘oduu durii or durdurii’, proverbs and saying are called ‘mammaaksa’, riddles ( hibboo ), folksongs ( sirba aadaa ), songs of heroes ( faaruu gootaa ), religions songs (faaruu amantaa ) and so on. Afoola. pvznx vnxgz rnxvn dmg jihlrg ymxa vomw mrk hyjnjh npftzmf